Keeniyaan Mooraa Baqattootaa Duraan Cufuuf Turte Deebistee Banuuf Murteessite  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Keeniyaan Mooraa Baqattootaa Duraan Cufuuf Turte Deebistee Banuuf Murteessite

Mootummaan keeniyaa mooraa baqattootaa guddichaa ammaan cufuudhaaf ture deebisee banuudhaaf murteesse jira. Sababni isaas waan baqattoonii haaraan gara biyyatiitti yaa’aa jiran baay’ataniif tahuu tu himame.