Naannoolee Hongeen Miidheef Roobni Dhufuuf Jira Jedha Dhaabbatni Raaga Qilleensaa Itiyoophiyaa  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Iinstiitiyutiin raaga haala qilleensaa Itiyoophiyaa naannoleen biyyattii hoongee waggootaaf miidhaa ture rooba Bitootessaa argachuu malu, jedhee jira.

Obbo Mulu’aalem Aberraa, gaggeessaan damee raaga qilleensaa Metriyooloojii Itiyoophiyaa VOA’f ibsa kenneen roobi kun hamman walakkaa irraa kan gadi ta’u tahus, akka naannoo baay’ee qaqqabu ibsanii jiran.