Prezidaant Baayiden Dinagdeen Toora Guddinaa Qabachuu Eeranii Akka Addaan Qoqqoodamuun Biyyattii Keessaa Dhaabatu Waamicha Dhiheessan  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaant Baayiden Dinagdeen Toora Guddinaa Qabachuu Eeranii Akka Addaan Qoqqoodamuun Biyyattii Keessaa Dhaabatu Waamicha Dhiheessan  

Miseensota Mana-maree toora paartiin addaan qoqqoodame duratti kan haasawa gabaasaa haala biyyaa Kibxata kaleessaa dhiheessan, prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden bulchiinsi isaanii hojii-dhabinsa biyyattii keessaa gad-buusuu fi haala hatattamaa sababaa dhukkuba KOVIDn uumame xumuruu dabalatee tarkaanfiilee fudhate eeranii, miseensota mana-maree ka paartii mormituu isaanii waliin gamtoomuun hojjehuun waamicha dhiheessan.