Koomishinarri Dhimma Baqattootaa Tokkummaa Mootummootaa Lammiwwan Itiyoophiyaa Buqqa’aniif Gargaarsa Dabalataa Gaafatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Koomishinarri Dhimma Baqattootaa Tokkummaa Mootummootaa Lammiwwan Itiyoophiyaa Buqqa’aniif Gargaarsa Dabalataa Gaafatan

Koomishinarri dhimma baqattootaa ka Tokkummaa Mootummootaa Filippoo Graandii lammiwwan Iiyoophiyaa sababaa waraansaatiin manaa fi qehee ofii irraa buqqa’aniif gargaarsa dabalataa gaafatanii jiru.

Gargaarsa bara dabre gaafanne keessa walakkaa qofa arganne, jedhu. Gabaasaa Maayaa Misikkir Jaallanee tu dhiheessa