Mariin Nageenyaa Kan Oromiyaa Akka Jalqabamuuf Gaaftamee Jira

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Mariin Nageenyaa Kan Oromiyaa Akka Jalqabamuuf Gaaftamee Jira

Rakkoon nageenyaa Oromiyaa keessaa furmaata karaa nagaa akka argatuuf hawaasaleen Oromoo biyya alaa keessa jiranii fi dhaabtii OLLAA jedhamu torban dabree gaafatanii jiru.

Xalayaan karaa OLLAA torban dabree ba’e kun, Mummicha Ministeeraa Abiyyi Ahmad, Prezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo - ABOf ajajaa olaanaa kan ta’an Kumsaa Dirribaa ykn Jaal Marroof kan ergamee ta’u beeksisee jira.