Atileet Qananiisaa Baqqalaa Waa’ee Dorgommii Qaxxaamura Biyyaa Awustiraaliyaatti Geggeeffamuu Ibsa Kennee Jira

Your browser doesn’t support HTML5

Fiigicha Qaxxaamuraa Biyyaa Addunyaa 44ffaa Awustiraaliyaa magaalaa Bathurst keessatti Sanbata kana geggeeffamuu jalqabu irratti biyyoota 48 irraa atileetota 453 tu hirmaata. Ityoophiyaan atileetota dorgommii qaxxaamura biyyaa Jaanmeeda irratti ba’ii gaarii argatan 26 hirmaachisuuf jirti. Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa injifachuun warqee 11 kan badhaafamee harkaa qabu Atileet Qananisaa Baqqalaa haala adorgommichaa fi waa’ee atileetota Itiyoophiyaa dorgomanii Sagalee Ameerikaaf ibsa kennee jira.