Gareen Atileetota Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Kan Addunyaa Sadarkaa Lammaffaa Argachuun Xumure  

Your browser doesn’t support HTML5

Gareen Atileetota Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Kan Addunyaa Sadarkaa Lammaffaa Argachuun Xumure  

Shaampiyoonaan Atileetiksii Qaxxaamura Addunyaa kan bara 2023 Onkololessa 18 bara 2023 Awustiraaliyaa magaalaa Bathurst keessatti gaggeeffamera. Dorgommiin kun marsaa 44ffaa yoo ta'u, gareen biyyooleesaa Itoophiyaa dargaggootaa fi ga’eessotaan qabxiin galmeesiseen addunyaa irrattii saddarkkaa 2ffaa galmeessisuun sumure. Gareen biyyoolessaa Keeniyaa qabxii waligalaatiin 1ffaa ta’uun beekamee jira.

Dorgommii dubbartoota fageenya kilomeetira 10n Itoophyaa bakka bu’uun kan hirmaatte Atileet Letesenbet Gidey sarara dhumma irratti kufuu isheettin caaraa mo’achuuf qabdu dhabde.

Dursaan garee biyyooleessa Itoophiyaa Komandar Tooleeraa Diinqaa kufaatii Letesenbet Gidey fi qabxii argame ilaalchisuun Sagalee Ameerikaaf ibsa kennanii jiru.