Haati Warraa Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Afrikaa Daawwataa Jiru 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Haati Warraa Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Afrikaa Daawwataa Jiru

Haati warraa prezidaantii Yunaayitid Isteetis Jiil Baayiden, biyya Afrikaa Kibba-bahaatti argamtu – Naamiibiyaa fi biyya Afrika gama Bahaa – Keeniyaa daawwachuuf karoorfatanii har’a gara Afrikaatti imalanii jiru.

Dhimma humneesuu dubartootaa, dhimma ijoollee, rakkoo wabii nyaataa biyyoota Afrikaa irra jireessa miidhaa jirutti ka fuuleffatan tahuunis beekamee jira. Kan Giifti-duree Jiil Baayiden waliin imalte - Aniitaa Paawol gabaasaa ergite dhiheessina.