Dhukkuba Taayifooyid Fiiver Jedhamu Ilaalchiuun Marii Geggeessame  

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuba Taayifooyid Fiiver Jedhamu Ilaalchiuun Marii Geggeessame

Dhukkubii Taayfooyid Fiivar(Thyphoid Fever) ykn namoota hedduu biratti Taayfooyid jedhamuun beekamu maal irraa akka dhufu, mallattooleen isaa maal akka ta'ee fi wal'ansaa akkasumas eegannoo barbaachisuu ilaalchisee Jaallanneen Ogeessa fayyaa dubbiifte jirti.

Dr. Horaa Seebisoo Tashitee jedhamu, Kooleejii Fayyaa, kan Hospitaala Adaamaa keessatti, ogeessa addaa kan dhukkuboota keessoo qaama namaa ti.