Magaalaa Shaggar Keesssatti Manneen Seeraa-alaa Diigamaa Akka Jiran Ibsame  

Your browser doesn’t support HTML5

Magaalaa Shaggar Keesssatti Manneen Seeraa-alaa Diigamaa Akka Jiran Ibsame

Naannoo Oromiyaa Bulchiinsa magaalaa Shaggar bakka gara garaatti manneen seeraan ala ijaaraman diigamaa jiru jechuun bulchiinsi magaalicha ibseera.

Kantibaan magaalaa Shaggar Doktor Tashooma Addunyaa Sagalee Ameerikaaf akka himanitti weerara lafaa seeraan ala hambisuuf tarkaanfiin fudhatamaa jira, jechuun ibsan.

Jiraattonni magaalaa Shaggar manni jalaa diigame ijaarsichi seeraan ala ta'uu ibsanii akeekkachiisa malee diigame jechuun komatan.