Koomishiniin Filannoo Naayijeriyaa Bolaa Ahimed Tinuubuu Filannoo Prezidaantummaa Injifachuu Labseyyuu Paartiileen Mormituu Ijoon Ni Morman 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Koomishiniin Filannoo Naayijeriyaa Bolaa Ahimed Tinuubuu Filannoo Prezidaantummaa Injifachuu Labseyyuu Paartiileen Mormituu Ijoon Ni Morman 

Koomishiniin Filannoo Biyyaalessaa Naayijeriyaa Bolaa Ahimed Tinuubuu Filannoo biyyattii Sanbata geggeessame injifachuu isaanii labsee jira. Paartiileen mormitootaa ijoon garuu, ba’iin filannoon waliin dhahameera, jechuun akka mana murtiitti himatan beeksisanii jiran. Tinuubuun ammoo akka paartiileen nageenya simachuun mootummaa waliin hojjetan waamicha dhiheessan.