Ka Mootummaan Oromiyaa Magaalota Tokko Tokko Walitti Dabalee Gurmeessuf Beeksise Jiraattotni Akka Adda Addaatti Ilaalan  

Gujii, naannoo Oromiyaa

Jiraattotni magaalota Oromiyaa garaa garaa gurmaa'insi haaraa magaalotaa Oromiyaa tokko tokkoo walitti-maku ka mootummaa naannichaan labsame barbaachisaadha ennaa jedhan, kanneen morman immoo bu'uura uummataa hin qabu, gaaffii uummataallee miti jechuun, yaada isaanii Sagalee Ameerikaatti himanii jiru.

Dhimmicharratti kan gaafataman Hoogganaan Biiroo Magaalotaafi Misooma Manneenii Oromiyaa Obbo Mohaammad Guyyee, "Gochi magaalota bakka tokkotti gurmeessuu kun qorannoo kan irratti taasisameefi gaaffii uummataatis jechuun deebisan.

Your browser doesn’t support HTML5

Ka Mootummaan Oromiyaa Magaalota Tokko Tokko Walitti Dabalee Gurmeessuf Beeksise Jiraattotni Akka Adda Addaatti Ilaalan