Soodiyeemii Hamma Barbaachisuu Ol Fudhachuun Wal-qabatee  Waggaa Tokkotti Namoonni Gara Miliyoona Lamaa Akka Du’an Himame  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waggaa tokko keessatti sodiyeemii ka bifa soogiddaan fudhatamu baay’isuu irraa miidhaa dhufuun namoonni miliyoona lama tahan addunyaa kana irraa akka du’an dubbatu, hoogganaan Waldaa Fayyaa Addunyaa, Dr. Tewediroos Adaanoom.

Gama biraatiin, dhalattuun hawaasa Ameerikaa ganamaa ganamaa kan Yunaayitid Isteeits gama lixaa tokko hidha bishaanii uumama naannoo ishee miidhe buqqisiisuuf duula geggeessamaa turee fi bu’aa argame ilaalchisuun, Konferensii dhimma bishaanii ka Tokkummaa Mootummootaa irratit ibsa kennitee jirti.