Somaaliyaa Keessatti Sababaa Hongeetiin Uummata Miliyoonaan Lakkaa’amu Tu Manaa fi Qehee Ofiirraa Buqqa’ee Dheessaa Jira  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Somaaliyaa Keessatti Sababaa Hongeetiin Uummata Miliyoonaan Lakkaa’amu Tu Manaa fi Qehee Ofiirraa Buqqa’ee Dheessaa Jira

Gaanfa Afrikaa keessatti yeroo bokkaan waytii jahaffaaf hin roobiin hafetti, lakkoobsi lammiwwan Somaaliyaa buqqa’anii yoomiyyuu caalaa dabalaa deemee, kanneen miliyoona hedduutti lakkaawaman manneen isaanii dhiisanii dheessaa jiran. Gabaasaan VOA, Abdulqaadir Zubeeyr, ka Somaaliyaa keessa jiru, mooraa Doolloo buqqaatonni keessa qubatan daawwatee jira.