Hayyoonni Dinagdee Haalli Dinagee Sudaan Rakkoo Hamaa Keessa Akka Jiru Dubbataa Jiran  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Hayyoonni Dinagdee Haalli Dinagee Sudaan Rakkoo Hamaa Keessa Akka Jiru Dubbataa Jiran  

Sudaan keessatti gatiin bittaa yeroo ol ka’ee jiruu fi biyyoonni addunyaa gama lixaa baasii liqaa biyyattii irraa haquuf turan yeroo ejjennoo isaanii rarraasanii jiranitti haalli dinagdeee ishee yaaddessaa tahuu dubbatan ogeeyyiin.

Mootummaan humna waraanaa Sudaan dinagdee biyyattii daran to’annaa isaa jala galfachuuf carraaqaa jira, ka jedhame ilaalchisee gabaasaan Sagalee Ameerikaa Ministara Maallaqaa Sudaan, Jibiril Ibraahim dubbisee jira.