Prezidaantiin Ameerikaa Duraanii Yakkaan Himataman

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Ameerikaa Duraanii Yakkaan Himataman

Pireezidaantiin Ameerikaa 45ffaan Doonaald J. Tiraamp Har’a Ebla 4 bara 2023 sa’a booda mana murtii Niw Yoorkitti aegamutti dhiyaachuu dhaan himannaalee yakkaa irratti dhiyaate 34 akka hin raawwanne ibsanii, balleessa hin qabu jechuun himannaa sana haalanii jiran.

Tiraamp seenaa Ameerikaa keessatti pirezidaantii duraanii himataman keessaa isa jalqabaa ta’uu isaaniitiin daandiin magaalattii miidiyaalee addunyaa irraa dhufaniin guutameera.

Himannaan addaa Tiraamp irratti dhiyaate ammallee hin beekamne garuu kaffaltii maallaqa callisaa jedhamu kan taatoo fiilmii saal quunnamtii IStormii Dani'els waliin gaa'ilaan ala walitti dhufeenya raawwate jedhame waliin kan walqabatee dha.