Dhukkuba Tisiisaan Namatti Dabru

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuba Titiisaan Namatti Dabru

Dhukkuubii Kaal-Azaar jedhamu, kan hamaa fi lubbuu namaa galaafatu Itiyoophiyaa gama kaabaa keessatti mudachuun isaa gabaafamaa jira. Dhaabbatta Fayyaa Uummataa kan Itiyoophiyaa keessatti, qorannoo dhukkuuboota sadii irratti gaggeeffamuuf daayreekteeraa fi qorataa dursaa kan ta'an, Dr. Garramuu Xaasew Gumaa waa'ee dhukkuuba Kaal Azaar nu ibsanii jiru.Jaallanneen tu Haasoofsiisee.