Seenaan Magaalaan Ameerikaa Durii Hedduu Dhaaf Ifa Hin Ba'in Ture

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Seenaan Magaalaan Ameerikaa Durii Hedduu Dhaaf Ifa Hin Ba'in Ture

Magaalaalee seena qabeessa garuu hagas seenaan isaanii yeroo hedduu maqaa hin dha’amne keessaa tokko kan kutaa Filooridaatti argamu St Augistin. Magaalaan kun jaarraa hedduu dura kolonii Ispeen jala kan ture yoo ta’u, sababaa rakkoo maallaqaan kan ka’e bara 1800moota keessa Qaama Ameerikaa taate. Aadaa Warra Ispeen kan mul’isan hambaawwan seenaa amma iyyuu magaalattii keessa dhaabatanii argamu. Gabaasa Dooraa Makuwaar Tujubeen qophii har’aaf qindeessiteetti. kunoo