Walitti-bu’insi Naannoo Daangaa Bulchiisawwan Naannoo Somaalee fi Affaar Ammallee Furmaata Hin Arganne  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Walitti-bu’insi Naannoo Daangaa Bulchiisawwan Naannoo Somaalee fi Affaar Ammallee Furmaata Hin Arganne  

Walitti-bu’insi lafawwan naannoo daangaa Affaarii fi Somaalee irratti taasisafumu kan itti fufee jiru tahuu jiraattonni naannoolee lameenii Sagalee Ameerikaatti himanii jiran. Sababaa kanaan namoonni hedduun du’uu fi kanneen kuma hedduutti lakkaawaman buqqa’uu dubbatan, jiraattonni kun.

Aangawoonni naannowwan lammanii rakkoo uumame kanaaf qubuun, inni tokko isa kaan himataa jiru. Beektonni ammoo gama kaaniin, mootummaan feederaalaa rakkinichaaf fala qorannoo irratti huundaa’ee laachuu akka qabu hubachiisan.