Himannaan Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Duraanii Doonaald Traamp Irratti Dhihaate Egeree Siyaasaa Isaaniif Yaaddessaadha, Jedhame  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Himannaan Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Duraanii Doonaald Traamp Irratti Dhihaate Egeree Siyaasaa Isaaniif Yaaddessaadha, Jedhame 

Prezidaantiin Yunaayitid Isteets duraanii Doonaald Traamp irgaa himannaan yakkaa 34 irratti dhihaatee booda abukaatonni isaanii himannichaa duraa dhaabachuudhaaf hojii jalqabani jiruu.

Himannaan hanga ammaatti dhihaatee qorannoo isaan irraati taasifaman keessaa kan jalqabaati. Akka beektonni jedhanitti himannaa kun egeree Traampii fi egeree siyyaasaa isaaniitiif waan gaarii miti.