UNESCO fi NETFLIX Qophii fi Raabsa Filmiwwan Afrikaa Maallaqaan Gargaaruu Jalqaban 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

UNESCO fi NETFLIX Qophii fi Raabsa Filmiwwan Afrikaa Maallaqaan Gargaaruu Jalqaban

Ameerikaatti dhabbanni tamsaasa fiilmi guddichi Netflix fii dhabbata mootummoota gamtoomanittii dameen aadaa irratti hojjatu UNESCO-n wajjiin ta'uudhan dargaggoota/ogeessota fiilmii biyyoota afrikaa irraa dhufan oduu durii fi seenaa isaanii gara fiilmii akka jijjiiran ispoonsarii godhuu jalqabaniiru. Haaluma kanaan fiilmiwwan gaggabaabaa jaha “reimagined” jedhaman Netflix irratti waltajii argataniiru. Maddi oduu Ajaansi Firaans Pres kanarratti gabaasa qindeesse qabna.