Dhabbatni Tokkummaa Mootummootaa Hirmaannaa Dubartoonni Qonnaa fi Tarsiimoo Qonnaa Keessatti Qaban Irratti Gabaasaa Baase  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dhabbatni Tokkummaa Mootummootaa Hirmaannaa Dubartoonni Qonnaa fi Tarsiimoo Qonnaa Keessatti Qaban Irratti Gabaasaa Baase  

Jaarmayaan Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa FAO’n Dhaabbata mootummoota gamtoomaniif gaabasaa dhiheenya baaseen hirmaannaan dubartootaa qonna irratti qofaa osoo hin taane ,tarsiimoo qonna nyaataa keessatti hagam akka tahe haala hirmaannaa isaanii fi carraawwan isaanii raagaa qabataamaa irratti hundaa’uun gabaasa haaraa baasee jira.