Ogeettiin Fayyaa Yunaayitid Isteetis Irraa Oromiyaatti Imaluun Namoota Qehee Ofii Irraa Buqqa’an Daawwatan Rakkoon Jiru Guddaa Tahuu Dubbatu

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ogeettii tajaajiila eegumsa fayyaa kan ta'anii fi Oromiyaa keessatti gargaarsa tola-ooltummaa adda addaa ka gumaachaa jiran, Obsee Luboo dhiheenya Kaaliforniyaa irraa gara biyyaatti imaluun namoota jireenya irraa buqqa'an godiinalee Gujii fi Horroo Gududruu Wollaggaa keessatti daawwatanii jiru.