Afrikaa Kibbaa Kan ICC Keessaa Akka Bahuu Maltu Dubbattee Turte Jijjiirte

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Afrikaa kibbaa Siiriil Raamafoozaa biyyii isaanii Mana murtii yakkaa ilaalu ka sadarkaa adduunyaa yokaan ICC keesaa akka bahuu maltu ka dhiheenya dubbatan, mootummaan biyyattii keessa deebi’ee ejjennoo sana akka jijjiireef biyyattiin ICC keessa akka turtu beeksisee jira.