Raadiyoon “Yimmichi” Jedhamu Dubartoota Itiyoophiya Qofatti Fuuleffachuun Gama Dhiirotaatii Koomee Irratti Kaasee Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Raadiyoon “Yimmichi” Jedhamu Dubartoota Itiyoophiya Qofatti Fuuleffachuun Gama Dhiirotaatii Koomee Irratti Kaasee Jira

Gaazexeesituun Melkaamsewu Solomoon Sagantaa Raadiyoo “ Yimechish” jedhamu kan dubartoota baadiyyaa Itiyoophiyaa irratti xiyyeeffatu qopheesuusdhaan beekamtullee, sagaantaan ishee warraa dhiiraa moggaatti qoode, ka jedhu qeeqni keessumaa dhiirotaan rratti dhihaachaa jira. Isheen immoo Sagalee dubartootaa Miidiyaa irraa dhagahamuu qaba, jechuun falmiti.