Daa'imman Yukireen Kumaan Laka'aman Dirqiin Gara Raashaatti Geeffamuun Gabaasame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Daa'imman Yukireen Kumaan Laka'aman Dirqiin Gara Raashaatte Geeffamuun Gabaasame

Daa’imman Yukireen kumaan lakkawwaman “dirqiin buqqisanii” gara Raashiyaatti geeffaman laalchisee tarkaanfiin akka fudhatamu gaafatame. gabaasa Hezer Medraak Yukireen irraa ergite Jaalanneetu dhiheessa.