Dorgommii Fiigichaa Daayimand Liigii Biyya Morookootti Geggeessame Atileetonnii Itiyoophiyaa 1ffaa Hanga 4ffaatti Injifatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dorgoomii Diiyaamand ligii marsaa 2ffaa kan bara 2023 biyya Morookkoo Raabaattii Atileetoonni Itoophiyaa fageenya meetiraa 1500 sadarkkaa 1ffaa hanga 4ffaatti bahuun Xumuran. Dorgoommi kana Gudaf Tsegaayeetuu injjiffate.

Gama biraattiin Primiir liigiin Inglizzi torbee 38ffaa fi kan xumuraa dilbata kaleessaa tapha taphatameen, shaamppiyoona liiggichaa, kan ta’ee Maanchister Sittiin Breentifordiin yaggu injjifatamuu, Arsenal immoo Wolverhamptonin mo’ateera.