Dhabbata Keeniyaa Keessatti Durboonni Hir’ina Qaroo Ijaa fi Hanqinoota Qaamaa Biroo Qaban Akka Barnoota Fageenyarraa Baratan Qarqaaru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Barnootni Saayinisii, teknooloojii, injiinarummaa fi herregaa kan STEM jedhamu ijoollee durbaa Afrikaa keessa jiran, keessumaa kanneen qaroo ijaa hin qabneef rakkisaa tahuu mala.

Keeniyaa keessatti gurmuun “The Action Foundation” jedhamu, fageenya irraa ijoollee rakkoo dhgeettii, qaroo ijaa fi qaamaa qabaniif barnoota STEM kennuudhaan rakkoo danqaa itti tahe furuuf hojjetaa jira.