Atileetonni Itiyoophiyaa Maraatoonii Stookolm Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan

Your browser doesn’t support HTML5

Dorgommii Maaraatoonii Stookolm Sanbata darbe geggeessame irratti Atileet Mooges Ashenafi dhiraan, Sifan Melaku immoo gama dubaraan ijjiffataniruu. Maqaa addaa Urjiiwwan Lixa Oromiyaa jedhamun kan bekamu kilabiin Magaalaa Danbiidooloo ammoo Shaampiyoonaa Liigii Kubbaa Miillaa Olaanoo Oromiyaa ta’uun xumuree jira.

Gareen kubbaa miilaa Magaalaa Dambi Doolloo goolii 1-0n Magaalaa Ammayyaa injifachuun Shaampiyoonaa liigichaa tahe. Eebbisaa Naggasaa kanneen irratti gabaasaa qaba.