Dhibee Saree Maraatteen Nama Qabu

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkubi sareen maraattee nama ciniinnaan nama qabu kan Afaan Ingliliziin Reebis (Rabies) jedhamu yoo hatattamaan wal'aansa fayyaa hin arganne, yeroo baay'ee lubbuu galaafata.

Dhimma kana irratti Jaallanneen gorsaa waa'ee qorannoo kan ta'an Dr. Asaffaa Dheereessaa, Dhaabbata ykn Institiyuutii fayyaa uummataa kan Itiyoophiyaa irraa haasoofsiiftee jirti.