Hojiin Kalaqaa Artisitii Lammii Itiyoophiyaa As Yunaayitid Iseetis, Godaambaa Denver Keessatti Agarsiisame Qalbii Daawwattootaa Hawate  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Hojiin Kalaqaa Artisitii Lammii Itiyoophiyaa As Yunaayitid Iseetis, Godaambaa Denver Keessatti Agarsiisame Qalbii Daawwattootaa Hawate  

As Yunaayitid Isteetis kutaa Koloraadoo keessatti an argamu godaambaan-denver, dhiheenya kana kuusaa agarsiisaa artii ammayyaa yeroo banetti, hojiiwwan artii qalbii daawwattootaa hawatan keessaa tokko kan “Tight Rope” jedhame – hojii artistii lammii itiyoophiyaa Eeliyaas Simeetiin hojjetame ture. Meeshaalee tekinooloojii yeroo hojii isaanii fixatan walitti-qabanuun kan hojjetaman – bu’aaleen kalaqaa Eliyaas, teechuma lafaa fakkaatan. Eliyaas hojiiwwan isaa hidhata seena-qabeessa teknooloojiin dhala-namaa waliin qabu calaqqisu,” jedha.