Guyyaan Walabummaa Ameeriikaa Adoolessa 4 waggaa waggaan kabajamu bara kana yeroo 247 ffaa f har’a kabajamaa jira. Jala bultii isaarraa kaasee Uuummanni biyyattii sirna ho’aadhaan kan kabaju guyyaa walabummaa , Pirezeedaant Joo Baayiden Masaraa Mootummaa Ameerikaa Waahiit Haasutti kibxata galgala sagantaa garaagaraa qopheessanii kabajaniiru.
Guyyaan Walabummaa Yuunaayitid Isteetis, Adooleessi Afur Marsaa 247 ffaa’f Kabajame
Kabaja Guyyaa Walbummaa Yunaaytid isteets, Adoolessa 4.