Fiilmiwwan Lammiiwwan Ameerikaa Hidda Dhalata Chaayinaa Ameerikaa Keessatti Agarsiisaman Dabalaa Deemuun Himame  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

=

Waggoota dhiyoo asitti sagantaaleen TV fi fiilmoonni Chaayinaa, kannneen lammiilee Eeshiyaa agarsiisan baay’achaa dhufaniiru. Baay’een isaaniis daawwattoota dargaggoota ta’an irratti fuuleffatu.

VOAn barattoota mana barnootaa yeroo gannaa, Mana Barumsaa warren Taayiwaan as Waashingitanitti argaman waliin haasa'uun adeemsa kana irratti yaada isaan qaban gabaasee jira.