Matammaatti Hidhattoonni Nama Tokko Ajjeesanii Kaan 9 Butan Jedhame  

  • VOA

Dubartoota magaala Matammaa keesatti miha gurguran, Waxabajji 3, 2015.

Naannoo Amhaaraa Godina Gondor lixaatti namoonni hidhatan eenyuummaan isaanii hin beekamne imaltoota irratti dhukaasa banaiin nama tokko ajjeesani kaan butanii deemuu jiraattoonni himan .