Taatoo Qofeelaa mallattoo shubbisa aadaa gurraacha Afrikaa Kibbaa fi mormii sirna Appaartaayidii ta’e, Pansulaa, jedhamu ijoollummaa isaatti oddoo duubatti shaakalaa guddate. Amma ammoo, shubbisaa kana dargaggoota kaan leenjisuudhan waltajjii addunyaatti baasaa jira, jedha gabaasni Rooyers irraa arganne.
Garee Shubbisa Aadaa Afrikaa Kibbaa Waltajjii Addunyaatti Baasaa Jiru
Your browser doesn’t support HTML5
Weellisaa Ibrahim Adam Boqote