Dhalattuu Somaaliyaa Baqattummaadhaan Yunayitid Isteetisitti Godaantee, Amma Bakka-buutuu Uummataa Tahuun Tajaajilaa Jirtu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Kan dhalataan Somaaliyaa taatee fi baqattummaan gara Yunaayitid Isteetisitti godaante Hodaan Hasan yeroo ammaa akka bakka-buutuu uummataa kutaa keessa qubatteetti egeree uummata ishee filatee wayyeessuuf hojjetaa jirti.
Gabaasa Sagalee Ameerikaa Mahaamud Maskaadee bakka-buutuu uummataa Hodaan Hasan wajiin marii taasise irratti hundaa’uun gabaasaa qindeessine qabna.