Qophii Gareewwan Naannoo Diisii OSFNA-f Godhaa Jiran

Your browser doesn’t support HTML5

Hawaasni Oromoo Naannoon Diisii OSFNA irratti garee shan hirmaachisa

Torban Federeeshiniin Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa (OSFNA) boru, Adoolessa 22 as Yunaaytid Isteets Kutaa Meerilaandi keessatti jalqabama. Qophii torban tokkoof turu kana keessatti dorgommiiwwan Kubbaa Miilaa gareewwan bakka adda addaarra dhufan irratti hirmaatanitu geggeeffama.Maddittiis sagantaalee adda addaatu jiraata.

Hawaasni Oromoo naannoo Washingitan Diisii carraa OSFNA qopheessuu oggoota 18 booda argate keessummoota simachuuf qophii akkamitti jira? Qophiin gareewwan naannoo kana itti jiran maal fakkaata? Sagantaa qindeessine daawwadhaa.