Afrikaa Kibbaa Keessatti Yaadannoon Guyyaa Dhalata Nelsen Maandellaa Akka Addaatti Hin Kabajamne, Jedhame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiwwan Afrikaa Kibbaa ayyaana yaadannoo guyyaa dhalataa Nelsen Maandellaa kan idiladdunyaa, Adoolessa 18 dabre kana ayyaaneffatanii jiran. Garuu, qabsaawaan farra-appaartaayidii beekamaan kun addunyaa irraa du’aan godaananii waggoota kudhanii booda, loogii dantaa dinagdee fi malaammaltummaan biyyattii cabsee, ayyaanichi haala addaatiin hin kabajamne. Gabaasaa Viikii Staark, Jaallannee tu dhiheessa.