Kubbaa Miilaa Dubartootaa fi Dhabamuu Walqixxummaa Kaffaltii

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dubartoonni kubbaa miilaa sadarkaa profeeshinaaliitti tabatan kaffaltiin isaan argatan ka warra dhiiratiin gadii ta'uun akka isaan ispoorticha oduma jaalatanuu dhisanii bahan isaan dirqisiisa.

Yeroo Waancaan Addunyaa Dubartootaa bara 2023 tabatamaa jiru kanatti garuu waldaaleen walqixxummaa kaffaltiif hojjatan humna horachaa jiran. Gamtaadhan falmachuun isaaniillee bu'aa amma tokko akka argatan isaan godhaa jira jedha gabaasni Rooyters. Tigist Gammeetu dhiheessa.