Sababaa Jijjiirama Qilleensaa fi Waraansa Yukireen Keessaatiin Qala’insi Gatii Nyaataa Keenyaa Keessatti Dabalaa Akka Jiru Himame  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Sababa jijjirama qileensaa fi waraansa Yuukireen keessatti taasifamaa jiruun, gatiin midhaan nyaataa Keeniyaa keessatti ol ka’aa dhufuu isaa dubbatu, jiraattonni.

Rakkina kana furuudhaaf dhaabbatni kan mootummaa hin taane tokko fala umee jira. Dhaabbanni Baankii Nyaataa Keeniyaa waggaa darbe midhaan nyaataa kiiloo giraamii walakka miiliyoonaa ta’u warren nyaatni isaan barbaachisuuf kenne.