Fiilmiin Animeeshinii Zaambiyaa Netfileex Irratti Laallamaa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Fiilmiin Animeeshinii Zaambiyaa Netfileex Irratti Laallamaa Jira

Animeeshiniin Afrikaa keessatti hojjatame waltajjii tamsaasa Netfleex irratti yeroo jalqabaii agarsiifamaa jira. Tabani gaggaabaabaan walduraa duubaan dhihaate "Supa Team 4" jedhamu kun dargaggeessa Zaambiyaa tokkoon barreeffame; Gabaasa Kathy Short Lusaakaa irraa ergite Tigist Gammeetu dhiheessa.