Duula Filannoo Ameerikaatti taasifamuuf jiruun dorgommiin pireziidaant Joo Baayidan kan amma aangoorra jiranii fi kan isaan dura aangoo Pireziidaantummaarra turan Doonald Tiraampi gidduutti taasifamu gamanumaan cimaa fakkaata. Haa ta’u malee namoonni siyaasaa tokko tokkommoo dorgommii kanatti seenuuf balbala saaqqachaa jiru.
Filannoon Prezidaantummaatiif Dorgommiin As Yunaayitid Isteetis Keessatti Eegalame Ammumaan Waan Cime Fakkaata
Your browser doesn’t support HTML5