Yunaayitid Isteetis Keessatti Namoonni Vaayirasii KOOVID Bifa Jijjiirrate Haaraan Qabamuun Beekame  

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaayitid Isteetis Keessatti Namoonni Vaayirasii KOOVID Bifa Jijjiirrate Haaraan Qabamuun Beekame  

As Yunaaytid Isteetis keessatti vaayirasii Koroonaa bifa jijjirrate haaraadhaan namoonni qabaman argamuu Waaltaan Ittisaa fi To'annaa Dhukkubootaa ykn CDAn ibsee jira.

Waa'ee vaayrasii haaraa fi of eeggannoo barbaachiisuu, Jaallanneen qorataa dhukkuboota daddabroo fi daddabroo hin ta'iinii akkasumas, hordofaa faca'iina dhukkuboota - Dr. Jamaal Hassan Yunivarsiitii Nebraaskaa irraa haasoofsiiftee jirti.