Tsinaat Instiitiyuut: Dhaabbata Dargaggoota Leenjisuu fi Deggeruutti Bobba’ee Jiru 

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhaabbati " Tsinaat Instiitiyuut" jedhamu bara 2017 Dr Addaam Tulluun hundeeffame as Yunaayitid kutaa Marilaand keessatti hundeessame, dargaggoota fayyaa buleeyyii fi kanneen hanqiina fayyaatiin dhalatan leenjisaa jira.Keessumaa ijoollee rakkiina uumamaan mudatu Otiiziim jedhamee beekamu qabanii fi maatii ijoollee akkanaatiif barnootaa fi deggersa akka kennaa jiru miseensi boordii dhaabbatichaa, Aaddee Marartuu Gobanaa Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.