Gabaasaa Haaraa: Itiyoophiyaa Keessatti Yakki Waraanaa Ammallee Itti Fufee Jira

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa Haaraa: Itiyoophiyaa Keessatti Yakki Waraanaa Ammallee Itti Fufee Jira

Koomishiniin ogeessota mirga namoomaa ka dhaabbata Mootummaata Gamtoomanii gabaasa har’a baaseen Itiyoophiyaa keessatti Waraana dhaabuuf waliigalteen erga mallatteeffamee amma gara waggaa tokkoo ta’uyyuu biyyattii keessatti gocha hammeenyaa, yakki waraanaa dhala namaarratti raaw’atamaa jira, jechuun ammayyuu nageenyi akka biyyattii keessa hin jirretti hubachiisee jira.