Wixinee Baasii Falmisiisaan Yoo Hin Raggaane Waajjiraaleen Mootumaan Ameerikaa Hojii Dhaabuuf Akka Jiru Ibsame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan U.S. yoo Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ripaablikaanotaan dhuunfatame wixinee baasii falmisiisaa hedduu irratti walii hin galin hafe, yeroo torban tokko hin guunne keessatti hojii dhaabuu mala. Rippabilikaanonni tokko tokko Af-yaa’ii mana maree Keevin Maakaartii aangoo isaanii irraa kaasuun akka danda’amu illee akeekkachiisaniiru jechuu dhaanb Araash Arabasaadiii gabaaseera.