XIINXALAA: Siyaasaan Ameerikaa Keessatti Heerrii fi Sirrni Dimookiraasii Tuamamee Jiru Diduu fi Jalaa-ba’uun Hin Danda’amu

  • Tuujubee Horaa

Your browser doesn’t support HTML5

Haalaa kanaan duraa muudatee hin beekneen Manni-Maree Bakka-Bu’ootaa yokaan Koongiresiin Yunaayitid Isteetis Af-yaa’ii isaa aangoo irraa kaasee jira.

Af-ya’ii Keevin Maakaartii aangoo irraa kaasudhaaf sagalee kanneen kennan miseensota Paartii isaanii saddeetii fi miseensota Paartii Dimokiraatii hunda isaaniiti. Kana irratti gabaasaa Kaatiriin Giibseniin qophaa’e qabna.