Jiraataan Magaalaa Tel Aviv Uummatni Magaalattii Keessaa Ammallee Akka Manaa Hin Baanee fi Muddamsuu Keessa Jiru Dubbata

  • Tuujubee Horaa

Your browser doesn’t support HTML5

Haleellaa gareen Hamaas Sanbata dheegaddaa ganama Isiraa’el irratti raawwate hordofuudhaan mootummaa Isiraa’eel Hamaas irratti wraansa Hamaasiin barrbaadeessuu labsee jira.

Haalli waraansaa kun jiraattotaa irratti dhiibbaa akkamii akka uumee fi magaalotaa Isiraa’eel adda addaa keessatti haalli uumamee fi amma jiru maal akka fakkaatu, dhalata Itiyoophiyaa magaalaa Tel Aviv keessa waggoota 14 jiraate tokko dubbisnee jirra.