Xiinxalaa Siyaasaa: Haleellaan Garee Hamaas Isiraa’el’rratti Geggeessee fi Deebiinn Isiraa’el Kennaa Jirtu Addunyaatti Yaaddoo Guddaa Fide  

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Isiraa’elii fi gareen hidhattotaa Palastaayin Hamaas Sanbata darbee barii irraa jalqabee wal-waraansa cimaa keessa jiru. Lubbuun namaa dhibbootaan lakkawamu gara lammaniinuu darbeeraa. Rakkoon namoomaa cimaan naannoo sanatti dhalateeraa. Haala wal-waraansa sanaa fi daafoo siyaasaa h