Prezidaant Baayiden Lola Giddu-galeessa Bahaatti Geggeessamaa Jiru Irratti Biyyi Isaanii Israa'eliin Akka Deggertu Dubbatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaant Baayiden Lola Giddu-galeessa Bahaatti Geggeessamaa Jiru Irratti Biyyi Isaanii Akka Isiraa’eliin Akka Deggertu Jirtu Dubbatan

Wal-waraansa Israa’elii fi garee Hamaas gidduutti deemaa jirru irratti Yunaayitid Isteetis Isiraa’el wajjiin akka dhaabbattuu fi meeshaa waraanaa akka ergaa jirtu Prezidaant Joo Baayiden haasawa isaanii kaleessa irratti dubbatanii jiran. Walwaraansa kanaan walqabatee namoottan 1000 ol ka du’an yoo tahu, kanneen keessaa lammiilee Amerikaa 14 akka ta’en prezidant Baayiden ibsaniiru. Akka xiinxaltoonii jedhanitti namoottan garee Hamaasiin qabamanii jiran keessaas lammileen Amerikaa jiru. Prezidaantii Raashaa Vilaadimiir Putiinis waa’ee waraansichaa irrratti waan dubbatan qaban. Gabaasaa Aniitaa Paawel qindeessinee jirra.